Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Azaarbaanjaan gale Tsehay Guluma May 14, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Azaarbaanjaan galeera. Obbo Tamasgeen simannaa mootummaan…
Uncategorized Naannoon Oromiyaa Indaastirii Maanufaakchariingii akka toora xiyyeeffannoo tokkootti adda baasee… Tsehay Guluma May 14, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Naannoon Oromiyaa Indaastirii Maanufaakchariingii akka toora xiyyeeffannoo tokkootti adda baasee socha’uun isaa milkaa’ina sosochichaatiif…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Piroojektoonni murteessoo Goondaritti hojjetamaa jiran saffisaan akka xumuraman… Sifen Megersa May 13, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad raawwii hojii Piroojektoota murteessoo Goondaritti hojjetamaa jiran gamaaggamuu ibsaniiru. Turtii xumura…
Oduu biyya keessaa Hawwiin keenya Itiyoophiyaa fooyyoftuu gamtaan ijaaramte arguudha – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa May 12, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad qaamoolee Duula Teeleetoonii Dijitaalaa Sosochii Itiyoophiyaa Qulqulluuf qophaa'erratti hirmaatan hunda…
Oduu biyya keessaa Duula Teeleetoonii Diijitaalaa Guyyaa tokkoon Birrii miiliyoonni 154 walitti qabame Sifen Megersa May 12, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) –Duula Teeleetoonii Diijitaalaa Itiyoophiyaa Qulqulluuf guyyaa tokkotti Birrii miiliyoona 50 walitti qabuuf har'a gaggeeffameen Birrii miiliyoonni 154 fi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Lammiileen hundi sosochii magaalaa fi naannoo qulqulluu uumuuf eegalame akka tumsan… Sifen Megersa May 12, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Lammiileen hundi sosochii magaalaa fi naannoo qulqulluu uumuuf eegalame akka tumsan gaafataniiru. Duulli…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa raawwii hojii baatiwwan saglan darbanii… Sifen Megersa May 11, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Miseensonni Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa raawwii hojii baatiwwan saglan darbanii Gorgoraatti gamaaggamaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI…
Oduu biyya keessaa Bu’aaleen damee qonnaan argaman damee Indastiriinis dabalamuu qabu – Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma May 10, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa Piroojektii Diinagdee Addaa Gadaa eegalchiisaniiru. Bu’aaleen damee qonnaan argaman damee…
Oduu biyya keessaa Har’i Imala Itiyoophiyaan gara cehumsa dinagdeetti taasiftu keessatti guyyaa seena qabeessa – Pir.… Tsehay Guluma May 10, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan har’i Imala Itiyoophiyaan gara cehumsa dinagdeetti taasiftu keessatti guyyaa seena qabeessa…
Oduu biyya keessaa Aadaa Oomisha biyya keessaa fayyadamuu babal’isuun bu’aa argame caalmaatti itti fufsiisuun… Tsehay Guluma May 9, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Aadaa Oomisha biyya keessaa fayyadamuu babal’isuu fi deeggaruun bu’aa Sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuun argame caalmaatti itti fufsiisuun…