Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti hojiilee misoomaa…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti hojiilee misoomaa daawwachaa jira.…