Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Adam Faaraahiin durfamu Jibuutii gale Sifen Megersa Jun 27, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahiin durfamu guyyaa bilisummaa Jibuutii waggaa 47ffaarratti hirmaachuuf Jibutii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Sagantaa Ashaaraa magariisaan dinqisiifannaa argatte Tsehay Guluma Jun 26, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) –Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu fooramii Bosonaa “Oslo Tropical” jedhamu Noorweeyitti gaggeeffamaa jirurratti…
Oduu biyya keessaa Qabeenya uumamaa tiksuun ergama guddicha ilma namaatiif kennameedha – Pir. Shimallis Abdiisaa Tsehay Guluma Jun 26, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Qabeenya uumamaa tiksuun ergama guddicha ilma namaatiif kennameedha jedhan Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Biyyi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad turtii isaanii kan xumuran Bakka Buutuu UNIDO gaggeessan Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad turtii isaanii kan xumuran Dhaabbata Misoomaa Indaastirii Mootummoota Gamtoomaniitti Bakka Buutuu…
Oduu biyya keessaa Ambaasaddar Taayyeen Jibuutiitti bu’uuraalee misoomaa garaagaraa daawwatan Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen, Jibuutiitti bu’uuraalee misoomaa garaagaraa daawwataniiru. Daawwannaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Pireezidaantii Jiibuutii Isimaal’eel Oommar Geelee waliin… Sifen Megersa Jun 24, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Jiibuutii Isimaal'eel Oommar Geelee waliin mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Kaadaasterri, Qaama agarsiiftuu Sabboonumaa Oromoo fi Utubaa ijaarsa sirna bulchiinsa lafaati… Sifen Megersa Jun 23, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) –Kaadaasterri, Qaama agarsiiftuu Sabboonumaa Oromoo fi Utubaa ijaarsa sirna bulchiinsa lafaati jedhan Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Pirojektichi daandiileen magaalichaa sadarkaa guddina magaalichaatiin akka walsiman taasisa-Pir.… Debela Tadesse Jun 22, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Pirojektiin ijaarsa daandii Mgaalaa Shaggar daandiileen magaalichaa, sadarkaa guddina magaalichaatiin akka walsiman kan taasisuudha jedhan…
Oduu biyya keessaa Qorichaalee dandeettii ofiin oomishuun dhimma boruuf dhiifamu miti-Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Jun 22, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Qorichaalee dandeettii ofiin oomishuun dhimma boruuf dhiifamu miti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Agarsiisaa innooveeshinii fi…
Oduu biyya keessaa Qorichaalee fi galteewwan wal’aansaa biyya keessatti oomishuuf haalli mijataan umameera-MM Dooktar… Debela Tadesse Jun 22, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)-Qorichaalee fi galteewwan wal’aansaa biyya keessatti oomishuuf haalli mijataan umamuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Dooktar Abiy…