Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad dhaabbilee shaniif beekkamtii kennan Debela Tadesse Mar 12, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dookta Abiy Ahimad 'Badhaasa Milkaa’ina Dhaabbilee Itiyoophiyaa' dhaabbilee shaniif ' kennan. Dooktar Abiy beekkamticha…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa muudama Abbootii Murtee Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa 16 raggaasise Debela Tadesse Mar 12, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2016 (FBC)-Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa muudama Abbootii Murtee Mana Murtee Waliigalaa Federaalaa 16 raggaasiseera. Manni marichaa walga’ii idilee 16ffaa…
Oduu biyya keessaa Hojiin bu’aa qabeessi Itiyoophiyaan damee Geejjiba Qilleensaan agarsiifte caalmaatti cimee… Sifen Megersa Mar 10, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC) - Hojiin bu'aa qabeessi Itiyoophiyaan damee Geejjiba Qilleensaan agarsiifte caalmaatti cimee kan itti fufu ta'uu ibsameera. Damee Geejjiba Qilleensaan…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa hariiroo fi walta’iinsaa Itiyoo-Jibuutii guddisuuf kutannoo qaba-Obbo Adam… Debela Tadesse Mar 9, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa hariiroo fi walta’iinsaa Itiyoophiyaa fi Jibuutii guddisuuf kutannoo qabaachuu Pireezidaantiin Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Humna eegumsa rippaabilaakanii Miseensota humna addaa leenjise eebbisiise Debela Tadesse Mar 9, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Humna Eegumsa Rippaabilaakanii miseensota humna addaa leenjise har’a eebbisiiseera. Sirna eebbichaarratti Ajaajaa Humna EegumsaRippaabilikaanii…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii gaaffii karra Galaanaa Itiyoophiyaa fi siyaasa quubsumaarratti xiyyeeffate… Debela Tadesse Mar 9, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Waltajjiin marii gaaffii karra Galaanaa Itiyoophiyaa fi siyaasa quubsumaa Yuuivarsiitiin Jigjigaa Inistiitiyuutii Dhimmaa Alaa waliin ta’uun…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli si’ataa, qulqulluufi haqa qabeessi ummata Keenyaaf ni mala-BKO Debela Tadesse Mar 8, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC)-Tajaajilli si'ataa, qulqulluufi haqa qabeessi ummata Keenyaaf ni mala jechuun Biiroon Kominikeshinii Oromiyaa Ibse. Biirichi ibsa baaseen hooggansaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Deenmaarki waliin mari’atan Debela Tadesse Mar 8, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma alaa Deenmaarki Laars Raasmaseen waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy, biyyoonni lameen…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan tumsi Baankii Misoomaa Afrikaa waliin qabdu bu’aa qabeessaa ta’uun itti fufeera-MM… Debela Tadesse Mar 8, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan tumsi Baankii Misoomaa Afrikaa waliin qabdu bu’aa qabeessaa ta’uun itti fufuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad kutaalee hawaasaa Bulchiinsaa Magaalaa Finfinnee waliin mari’atan Debela Tadesse Mar 7, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad kutaalee hawaasaa jiraattota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee waliin mari’ataniiru. Magaalaan Finfinnee…