Hanga ammaatti biqiltuun Avokaadoo Sanyii Filatamaa miiliyoona 15.7 qophaa’uu Biirichi…
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Bara kana biqiltuu muduraa gosa adda addaa qopheessuuf karoorfamee hojjetamaa jiruun biqiltuu Avokaadoo Sanyii Filatamaa miiliyona 15.7 ol qophaa’uu…