Oduu biyya keessaa Dooktar Maqidas Dhaabaa eenyu? Debela Tadesse Feb 8, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2016(FBC) –Dooktar Maqdas Dhaabaa Magaala Finfinneetti dhalatanii guddatan. Yuuivarsiitii hawaasatti Ogummaa fayyaan Digirii Jalqabaa, akkasumaas Fayyaa Hawaasaan…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xurunaa Ministira Muummee Ittaanaa ta’uun muudaman Debela Tadesse Feb 8, 2024 0 Finfinne, Amajjii 30, 2016(FBC)–Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa yaa'ii idilee 15ffaa bara hojii 3ffaa har’a gaggeesseen Muudamoota garagaraa raggaasiseera. Haaluma kanaan Obbo Tamasgeen…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Tumsa Misoomaa Beeljiyeem waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 7, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) - Itti Aanaan Ministira Muummee fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Tumsa Misoomaa Beeljiyeem Kaarooliin Jeeneez waliin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy daawwannaaf gara Itiyoophiyaa kan dhufan Pireezidaantii Yuuniyenii Koomoroos Azaalii… Sifen Megersa Feb 7, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Yuuniyenii Koomoroos Azaalii Asumaanii daawwannaa hojiif Finfinnee dhufan. Dooktar Abiy Pireezidaanti Azaalii Asumaan waajjira isaanitti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Hojii Raawwachiisaa olaanaa Dhaabbata Viizaa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 7, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hojii Raawwachiisaa olaanaa Dhaabbata Viizaa Riiyaan Maakinarnii waliin mari’ataniiru. Hojii Dhaabbatichi…
Oduu biyya keessaa Galaana Diimaarratti biyyoonni naannawichaa akkuma Itiyoophiyaa carraaqqii taasisuu qabu -Dooktar… Debela Tadesse Feb 6, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Akkuma Itiyoophiyaan Galaanaa Diimaa ilaalchisee carraaqqi olaanaa taasisaa turte biyyoonni naannawichaas carraaqqii taasisuu qabu jedhan Ministirri…
Biiznasii Barana guddinni diinagdee %7.9 kan eegamuudha-MM Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Feb 6, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Barana guddinni diinagdee %7.9 kan eegamu ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Dooktar Abiy Ahimd damee diinagdeerratti ibsa…
Oduu biyya keessaa Fedhii siyaasaa milkeeffachuuf boora’uu nageenyaa filmaata taasifachuun cabiinsa hamaadha-MM Dooktar… Debela Tadesse Feb 6, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Fedhii siyasaa milkeeffachuuf boora’uu nageenyaa filmaata taasifachuun cabiinsa hamaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy miseensota mana marichaaf boru ibsaa fi deebii kennu Sifen Megersa Feb 5, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaaffilee miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa dhiyaataniif boru ibsaa fi deebii ni kennu. Manni…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ministira Muummee Kanaadaa waliin bilbilaan mari’atan Debela Tadesse Feb 5, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC)- Ministrri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Kanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin bilbilaan mari’ataniiru. Dhimmoota waloo biyyoota lamaanii…