Oduu biyya keessaa Caffeen muudama garaagaraa raggaasise Debela Tadesse Feb 19, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC)- Caffeen Oromiyaa Yaa'ii Idilee 6ffaa Waggaa 3ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa guyyaa lammaffaasaa har’a taa’een, hooggantoota Manneen Hojii Caffeetti…
Oduu biyya keessaa Dhimma waloo gabbifachaa waan addaan nu fageessurraa of eeguun barbaachisaadha – Pir.… Sifen Megersa Feb 18, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Jiruufi jireenya ummata fooyyessuuf ummanni naannoo Oromiyaa dhimmoota murteessoo ta’anirratti kutannoo qaban akka cimsan Pireezidaantiin Mootummaan…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy UNDPtti gargaartuu bulchituu dhimmoota Afrikaa fi daayrektara naannawaa Afrikaa waliin… Sifen Megersa Feb 18, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad UNDPtti gargaartuu bulchituu dhimmoota Afrikaa fi daayrektara naannawaa Afrikaa waliin mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Riippaablika Mooriitaaniyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 18, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Riippaablika Mooriitaaniyaa Mohaammad Oldi Gaazuuwaanii waliin dhimmoota waloorratti…
Oduu biyya keessaa Qonna magaalaa magaalota eeggattummaa irra humna omishaatti ceesisa-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Feb 17, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)- Hirmaannaan qonna magaalaarratti taasifamu, magaalota eeggattummaa irraa gara humna omishaatti kan ceesisu ta’uu Pireezidantiin Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantota Ruwaandaa fi Ikkuwaatooriyaal Giinii waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 17, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ruwaandaa Pawul Kaagaamee fi Pireezidaantii Ikkuwaatooriyaal Giinii Tewodoroo Obiyaangi…
Oduu biyya keessaa Mariin Paanaalii “Jijjiirama Afrikaaf Dijitaalaayizeeshinii hidhachu” gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Feb 17, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)- Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 37ffaa har’aa Finfinneetti eegaleen maddiitti Waltajjiin Marii Paanaalii mata duree “Jijjiirama Afrikaaf Dijitaalaayizeeshinii…
Oduu biyya keessaa Misooma waaraa mirkaneessuuf barnoonni gahee olaanaa akka qabu Dooktar Abiy dubbatan Debela Tadesse Feb 17, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)- Misooma waaraa mirkaneessuuf barnoonni gahee olaanaa akka qabu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dubbatan. Yaa’iin Gamtaa Afrikaa 37ffaan…
Oduu biyya keessaa Afrikaan qixa qaroomina addunyaaf gumaachiteen fayyadamtuu hintaane-Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Feb 17, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)- Afrikaan qixa qaroomina addunyaaf gumaachiteen fayyadamtuu akka hintaane Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Sirna Baniinsaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Zimbaabuwee fi Sudaan Kibba waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 17, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad pireezidaantii Sudaan Kibbaa Salvaakiir fi Pireezidaantii Zimbaabuwee Emersan Minaangaaguwaa waliin…