Oduu biyya keessaa Nageenyi Hundaaf; Hundis Nageenyaaf Wabii Ta’uu Qaba-BKO Debela Tadesse Mar 20, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)- Nageenyi Hundaaf; Hundis Nageenyaaf Wabii Ta’uu Qaba jechuun Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse. Biirichi ibsa baaseen, Oromoof kan malu…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Buufata Xiyyaraa 5 ijaarsisaa jiraachuu ibse Debela Tadesse Mar 20, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)- Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa buufata Xiyyaaraa biyyaa keessaa 5 dabalataan ijaarsisaa jiraachuu beeksise. Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Daandii…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Gita isaanii Giriik Waliin mari’atan Debela Tadesse Mar 20, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Gita isaanii Giriik Kaatiriinaa Sakelaroppooluu waliin mari’ataniiru. Pireezidaanti Saahilawarqi Yaa’ii…
Ispoortii Atileet Nibrat Malaak Meedaaliyaa Warqee fi Atileet Gammachuu Didhaan meedaaliyaa Meetii… Sifen Megersa Mar 19, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) -Taphoota guutuu Afrikaa 13ffaa galgala kana fiigicha meetira kuma 10 dhiiroota gidduutti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa 1ffaa fi 2ffaa ba'uun…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad dureewwanii fi Bakka buutoota Amantaa Islaamaa kutaalee biyyattii adda addaarraa… Sifen Megersa Mar 19, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dureewwanii fi Bakka buutoota Amantaa Islaamaa kutaalee biyyattii adda addaarraa dhufaniif sagantaa Ifxaraa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Bakka buutoota Amantaa Islaamaa kutaalee biyyattii adda addaarraa dhufan waliin… Sifen Megersa Mar 19, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Bakka buutoota hawaasa Amantaa Islaamaa kutaalee biyyattii adda addaarraa dhufan waliin mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Qaamolee rakkoo siistamaa mudate fayyadamuun maallaqa fudhatan hindeebifnerratti tarkaanfiin seeraa… Debela Tadesse Mar 18, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2016 (FBC)- Qaamolee rakkoo siistamaa mudate fayyadamuun maallaqa fudhatan hindeebifnerratti tarkaanfiin seeraa kan fudhatamu ta’uu Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Hojjetaan Daandii Qilleensaatti malaammaltummaa fi dhamaatii imaltootarratti raawwachuun shakkaman… Debela Tadesse Mar 18, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2016 (FBC)-Dhiyeenya hojjettoonni Daandii Qilleensaa Idil Addunyaa Booleetti malaammaltummaa fi dhamaatii imaltootarratti raawwachuun shakkame to'annoo jala…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Itiyoophiyaatti Daayrektara Baankii Addunyaa Dooktar Usmaan Diyoon galateeffatan Sifen Megersa Mar 18, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaatti Daayrektara Baankii Addunyaa Dooktar Usmaan Diyoon galateeffataniiru. Dooktar Abiy ergaa…
Oduu biyya keessaa Nageenyi sirna faayinaansii hunduu eegamaa waan ta’eef hawaasni sodaa malee fayyadamuu… Debela Tadesse Mar 17, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2016 (FBC)-Dhaabbilee Faayinaansii hundatti nageenya sirna faayinaansii hunduu eegamaa waan ta'eef hawaasni sodaa malee tajaajila faayinaansii fayyadamuu itti fufuu…