Oromiyaatti barsiisootaf manneen jireenyaa kuma 5 ol ijaaraman
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti baatiiwwan ja’an darbanitti manneen jireenyaa kuma 5 fi 369 barsisootaf ijaaramuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.
Biirichatti…