Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Keeniyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Jan 19, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaan Ruutoo waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad yaa’ii 19ffaa Sosochii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy ergaa Baga Ittiin isin gahee dabarsan Debela Tadesse Jan 19, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru Dooktar Abiy Ahimad ergaa…
Oduu biyya keessaa Araaraafi Dhiifamni Daandii Milkii Warra Injifataniiti-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Jan 19, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Araaraafi Dhiifamni Daandii Milkii Warra Injifataniiti jedhan Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan. Pireezidaanti Shimallis…
Oduu biyya keessaa Dhugoomni abdii badhadhinaa kunuunsaa fi eegumsa qabeenya taasisnu irratti hundaa’a-Pir.Shimallis… Debela Tadesse Jan 18, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Dhugoomni abdii badhadhinaa, kunuunsaa fi eegumsa qabeenya taasisnu irratti hundaa’a jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa OBbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Poolisiin daandilee sochii tiraafikaaf cufaa ta’an ifooman Debela Tadesse Jan 18, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Jala bultiin Ayyaana Cuuphaa (Kataraa) fi Ayyaana Cuuphaa kabajamu hordofee daandileen sochii tiraafikaaf cufaa ta’an Poolisiin Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abrahaam Balaay jila Miseensota Koree Dhimmootaa Raayyaa Ittisaa Paarlamaa Faransaay waliin… Debela Tadesse Jan 18, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Abrahaam Balaay jila Miseensota Koree Dhimmoota Raayyaa Ittisa Biyyaa Paarlaamaa Faransaay waliin…
Oduu biyya keessaa Ataasheewwan loltummaa biyyoota garaagaraaf haala yeroorratti ibsi kenname Debela Tadesse Jan 18, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Ataasheewwan loltummaa biyyoota garaagaraa teessoon isaanii Finfinnee fi Bakka Bu’ootaa Dhaabbilee Deeggarsaa Namoomaarratti bobba’aaniif hojiilee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Ibsa Liigii Arabaa Mormite Debela Tadesse Jan 18, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan ibsa Liigii Arabaa jabeessitee kan mormitu ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Ministir Deetaan Ministeerichaa Ambaasaaddar Misgaanu…
Oduu biyya keessaa Humnichi Waloo Kataraa fi Ayyaanni Cuuphaa nagaan akka kabajamuuf hojiitti seenuu ibse Debela Tadesse Jan 17, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa Biyyaalessa jala Bultiin Ayyaana Cuphaa (Kataraa) fi Ayyaanni Cuuphaa karaa nagaan akka kabajamuuf karoora baasuun hojiitti…
Oduu biyya keessaa Gabaasni Sobaa Kaansarii Misoomaa fi Guddinna Biyyaati-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Jan 17, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Gamaaggamni raawwii hojii kurmaana 2ffaa guyyoota sadiif gaggeeffamaa ture xumurameera. Qorannoo raawwii gaggeeffamaa tureen gabaasni hojii kilaastara…