Oduu biyya keessaa Manneen Maree Lamaan Walga’ii waloo boru gaggeessu Tsehay Guluma Dec 16, 2025 0 Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Manni Maree Federeeshinii guyyaa boruu walga’ii waloo 6ffaa bara hojii 5ffaa ni gaggeessu. Ministirri Muummee Hindi…
Oduu biyya keessaa Qajeeltoon Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin dhimmoota bu’uuraa Itiyoophiyaa himuurratti… Sifen Megersa Dec 14, 2025 0 Finfinnee, Mudde 5, 2018 (FMC) - Qajeeltoon Faanaa dhimmoota bu'uuraa Itiyoophiyaa himuurratti bu'uuraa'e jedhan Walitti Qabaan Boordii Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin Diyaaquun Daani'eel…
Oduu biyya keessaa Finfinneen yaa’iwwan idil-addunyaa milkaa’inaan keessummeessuun magaalaa filatamtuu taateetti-… Tsehay Guluma Dec 12, 2025 0 Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) _ Finfinneen yaa’iwwan idil-addunyaa milkaa’inaan keessummeessuun magaalaa filatamtuu taateetti jedhan Kantiibaan Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Oduu biyya keessaa Hawaasnii fi dhaabbileen hundi malaammatummaa ittisuurratti abbummaan qabsaa’uu qabu- Kantiibaa… Tsehay Guluma Dec 12, 2025 0 Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC)- Hawaasnii fi dhaabbileen hundi malaammatummaa ittisuurratti abbummaan qabsaa’uu qabu jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.…
Oduu biyya keessaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaatti makamuuf mariiwwan baatiiwwan torban darban keessa gaggeeffaman… Ayana Dheressa Dec 11, 2025 0 Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC)- Dhaabbata Daldalaa Addunyaatti makamuuf mariiwwan baatiiwwan torban darban keessa gaggeeffaman milkaa’oo turan jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Zaambiyaan damee loltummaan tumsaan hojjechuuf waliigalan Sifen Megersa Dec 10, 2025 0 Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Zaambiyaan damee loltummaan tumsaan hojjechuuf waliigaltee isaan dandeessisu mallatteessan. Itaamaajoor Shuumiin waliigalaa Humna Waraanaa…
Oduu biyya keessaa Dhaloota malaammaltummaa balaaleffatu horachuun barbaachisaadha – Obbo Tamasgeen Xurunaa Sifen Megersa Dec 10, 2025 0 Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Dhaloota namuusa qabuu fi malaammaltummaa balaaleffatu horachuuf xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Sagantaa Humna Niwukilaraa ishee sadarkaa Ejensii Atoomawaa Idil-addunyaa waliin… Ayana Dheressa Dec 9, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Itiyoophiyaan Sagantaa Humna Niwukilaraa ishee sadarkaa Ejensii Atoomawaa Idil-addunyaa waliin…
Oduu biyya keessaa Filannoon Biyyaalessaa marsaa 7ffaan Caamsaa 24 gaggeeffama Tsehay Guluma Dec 9, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2018 (FMC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa gabaatee yeroo Filannoo bara 2018 ifoomseera. Haaluma kanaan Boordichi filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaaf guyyaan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan biyya abdii hedduun guutamteedha- Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Dec 8, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan biyya abdii hedduun guutamteedha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad kabaja…