Filannoon Biyyaalessaa milkiin akka xumuramuuf qophii gahaan taasifame – Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) - Filannoon Biyyaalessaa marsaa 7ffaan milkiin akka xumuramuuf qophii ga'aan godhamuu Pireezidaantii Itti aanaan paartii Badhaadhinaa fi Ittigaafatamaan…