Gaaffii karra galaanaa kaasuun keenya akka safuutti ilaalamuu hinqabu-MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)- Gaaffii karra galaanaa qabaachuu kaasuun keenyaa safuutti ilaalamuu hinqabu jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy Ahimad gaaffii…