Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa gara boqonnaa xumurraatt ce’eera-Koricha Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa gara boqonnaa xumuraatti ce’uu Koreen Hoji Raawwachiisaa Mana Maree Biyyaalessaa hidhichaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen Ulaa Galaanaa Mallateeffame Seenaa Biyya Keenyaa Keessatti Boqonnaa Haaraa Kan… Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)-Waliigalteen Ulaa Galaanaa Mallateeffame Seenaa Biyya Keenyaa Keessatti Boqonnaa Haaraa Kan Saaqedha jechuun Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse,.…
Oduu biyya keessaa Ummanni sirna haqaarratti amantaa akka qabaatu qulqullinaan hojjechuu barbaachisa jedhame Debela Tadesse Jan 4, 2024 0 Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Ummanni sirna haqaarratti amantaa akka qabaatu fi tajaajila barbaachisaa akka argatuuf qulqullina irratti xiyyeeffannaan hojjechuun barbaachisaa ta’uun…
Oduu biyya keessaa Dhimmoota haala waqtaawaa ilaalchisee Dippiloomaatootaaf ibsi kenname Sifen Megersa Jan 3, 2024 0 Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa dhimmoota haala waqtaawaa ilaalchisee Dippiloomaatootaa Teessoo isaanii Finfinnee taasiisaniif ibsi kennameera. Waliigaltee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Somaaliilaandi gidduutti waliigalteen tumsa hunda galeessaa mallattaa’e – TKM Sifen Megersa Jan 3, 2024 0 Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Somaaliilaandi gidduutti waliigalteen tumsa hunda galeessaa mallattaa’uu Tajaajjilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise. Waliigaltichi…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen Itiyoophiyaa fi Somaaliilaandi gidduutti mallattaa’e qajeelfama kennanii fudhachuu kan… Sifen Megersa Jan 3, 2024 0 Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Waliigalteen Itiyoophiyaa fi Somaaliilaandi gidduutti mallattaa’e qajeelfama kennanii fudhachuu kan kabaje fi walitti hidhamiinsa naannawaa kan cimsu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Walummaa waaraan jabeessuuf seenessa waloo ijaaruun murteessadha – Obbo Adam Faarahi Sifen Megersa Jan 3, 2024 0 Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC) – Walummaa waaraan jabeessuuf seenessa waloo ijaaruun murteessaa ta’uu Itti Aanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faarahi ibsaniiru. Guyyaan…
Oduu biyya keessaa Idaawwan Itiyoophiyaanotaa gara miindaatti geeddaruun badhaadhina Itiyoophiyaa ni… Debela Tadesse Jan 2, 2024 0 Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Idaawwan Itiyoophiyaanotaa gara miindaatti geeddaruun seenaa haaraa hojjechuun ashaaraa dhaaloonni leellisaa jiraatu kaa’uun badhaadhina Itiyoophiyaa ni…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti pirojektoonni kuma 30 ol Birrii biiliyoona 110’n ijaaramaa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Jan 2, 2024 0 Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Barana Naannoo Oromiyaatti pirojektoonni garaagaraa kuma 30 fi 700 ol, Birrii biliyoona 110 oliin ijaaramaa jiraachuun ibsame Raawwiin pirojektoota…
Oduu biyya keessaa Seenessa Waloo Ijaarree Itiyoophiyaa Sabdaneettiitti Ulfina Horra-BKO Debela Tadesse Jan 2, 2024 0 Seenessa Waloo Ijaarree Itiyoophiyaa Sabdaneettiitti Ulfina Horra-BKO Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)-Seenessa Waloo Ijaarree Itiyoophiyaa Sabdaneettiitti Ulfina Horra jechuun Biiroon…