Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis ergaa baga gammaddanii dabarsan Sifen Megersa Jan 1, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaan waliigaltee karra Galaanaa argachuu mallatteessuu hordofee Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ergaa baga…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan waliigatee karra galanaa argachuu mallatteessite Debela Tadesse Jan 1, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan waliigaltee karra galaanaa itti argattuu Somaaliilaandi waliin mallatteessiteetti. Waliigaltichas Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Doorkar Abiy bara haaraa faranjootaan ergaa hawwii gaarii dabarsan Debela Tadesse Jan 1, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bara haaraa faranjootaa 2024 ilaalchisuun erga baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Somaaleelaand Museebbiihii Abdiin Finfinnee galan Sifen Megersa Dec 31, 2023 0 Finfinnee, Mudde 21, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Somaaleelaand Museebbiihii Abdiin Finfinnee galaniiru. Pireezidaanti Museebbiihii Abdiin wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee…
Oduu biyya keessaa Harri Carcar, kunuunsa taasifamuun guutummatti deebi’ee hawwata turizimii akka ta’u… Sifen Megersa Dec 31, 2023 0 Finfinnee, Mudde 21, 2016 (FBC) - Harri Carcar, kunuunsa taasifamuun guutummatti deebi'ee hawwata turizimii akka ta'u abdii guutuun qaba jedhan Pireezidantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Mootummaan marsaa 3’n midhaan deeggarsaa kuntaalaa miiliyoona 1 fi kuma 700 ol lammiileef… Debela Tadesse Dec 30, 2023 0 Finfinnee, Mudde 20, 2016 (FBC)- Mootummaan baatii Adoolessaa darberraa eegalee lammiilee balaa lolaa fi hongeen miidhamaniif marsaa 3’n midhaan deeggarsaa kuntaalaa miiliyoona 1 fi kuma 725…
Oduu biyya keessaa Waamicha nageenyaa kanneen gufachiisanirratti tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuuf fudhatamu… Debela Tadesse Dec 30, 2023 0 Finfinnee, Mudde 20, 2016 (FBC)- Qaamolee Waamicha nageenyaa mootummaan taasise gufachiisuuf tattaaffii taasisanirratti tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuu mootummaan fudhatu cimee kan…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa Ummataaf Hirkoo Fooyya’insa Tajaajila Fayyaaf Daandii… Sifen Megersa Dec 29, 2023 0 Finfinnee, Mudde 19, 2016 (FBC) – Tajaajilli Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa Ummataaf Hirkoo Fooyya’insa Tajaajila Fayyaaf Daandii Milkaa’inaa Ta’uu Danda’uu Biiroon kominikeeshinii Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Bara kana oomishtummaa fooyya’aa galmeessuuf hirmaannaa cimaa barbaachisa-Dooktar Abiy Debela Tadesse Dec 29, 2023 0 Finfinnee, Mudde 19, 2016 (FBC)- Bara kana sagantaa Maaddii guutuun oomishtummaa fooyya’aa galmeessuuf hirmaannaa cimaa akka barbaachisu ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad akeekan.…
Oduu biyya keessaa Misooma uummataaf cichoominaan hojjetamuu qaba – Obbo Awwaluu Abdii Sifen Megersa Dec 28, 2023 0 Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC) –Gaaffii misoomaa uummataa deebisuuf qindoominni cimuu qaba jedhan Pireezidaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin. Obbo Awwaluu…