Galmi 2023 Saa’udii walta’iinsa diinagdee biyyattiin Afrikaa waliin qabdu guddisuuf gahee olaanaa…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC)- Galmi 2023 Saa’udii, walta’iinsa diinagdee biyyattiin Afrikaa waliin qabdu sadarkaa olaanaan ga’uuf gumaacha olaanaa akka qabu Ministirri Muummee FDRI…