Alaabaa keenya jalatti walitti qabamnee tokkummaa sabdaneessummaa Itoophiyaa ni cimsina -TKM
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa kabaja guyyaa Alaabaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarseera.
Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa yeroo 16ffaaf…