Oduu biyya keessaa Qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ifoome Debela Tadesse Oct 9, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC)- Qabxiin Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa ifoomuu Ministeerri Barnoota beeksise. Ministirri Ministeera Barnoota Piroofessar Birhaanuu Naggaan…
Oduu biyya keessaa Irreechi Mallattoo Nageenyaa, Dhiifamaa fi Araaraa Ta’uu Gochaan Waan Argiisiistaniif… Debela Tadesse Oct 8, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Irreechi Mallattoo Nageenyaa, Dhiifamaa fi Araaraa Ta'uu Gochaan Waan Argiisiistaniif Galatoomaa jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Dura bu’ummaa Abbootii Gadaan Hirmaattoonni Irreechaa gara Hora Arsadeetti imalaa jiru Debela Tadesse Oct 8, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)-Ayyaana Irreecha Horaa Arsadee Magaalaa Bishooftuutti har’aa kabajamuuf hirmaattoonni gara bakka irreeffannaatti imalaa jiru. Hirmaattonni Abbootii…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Irreechi Hora Finfinnee duudhaa aadaa eegee akka kabajamu qaamolee itti… Sifen Megersa Oct 7, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Irreechi Hora Finfinnee duudhaa aadaa eegee akka kabajamu qaamolee itti gaafatamummaa…
Oduu biyya keessaa Irreechi Hora Finfinnee nagaan xumurame – Humna Waloo Nageenyaa Sifen Megersa Oct 7, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Irreechi Hora Finfinnee rakkoo tokko malee nagaan xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksise. Ayyaanni lammiileen miiliyoonaan lakkaawwaman…
Oduu biyya keessaa Irreechi galma Araaraa fi Nageenyaa, Dirree Miidhaginaa fi Kuusaa Aadaati – Hirmaattoota Sifen Megersa Oct 7, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Irreechi galma Araaraa fi Nageenyaa, Dirree Miidhaginaa fi Kuusaa Aadaati jedhan Hawaasni Irreecha Hora Finfinneerratti hirmaatan. Seenaan badda…
Oduu biyya keessaa Irreechi Hiree Nagaafi Araaraati – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Irreechi Hiree Nagaafi Araaraati…
Oduu biyya keessaa Irreechi Oromoo danqaawwan hedduu darbee ulfoofi ulfina Oromoo Addunyaatti mul’ise – Pir.… Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Irreechi Oromoo danqaawwan hedduu darbee ulfoofi ulfina Oromoo Addunyaatti mul'ise jedhan Pireezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Sirni baniinsa bara hojii 3ffaa waggaa 6ffaa Manneen Maree waloo Wiixata dhufu ni gaggeeffama Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Sirni baniinsa hojii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Federeeshinii bara hojii 3ffaa waggaa 6ffaa Wiixata dhufu ni gaggeeffama. Sirna baniinsa…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Jimmaatti hojii misooma qonnaa daawwate Sifen Megersa Oct 6, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Jilli Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa fi Obbo Geetuu Gammachuun durfamu godina Jimmaatti hojii misooma qonnaa daawwateera. Jilli kun…