Oduu biyya keessaa Kitaabni Barnoota Safuu eebbifame Debela Tadesse Sep 14, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC)- Sirni eebbaa kitaaba Barnoota safuu gaggeeffame. Sirna eebbichaarratti Hogganaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoo, Sadarkaa Ittaanaa…
Oduu biyya keessaa Guutiinsa Bishaan Hidha Haaromsaa itti aanuun bishaan gubbee hidhichaarraan hinyaa’u-Injiinar… Debela Tadesse Sep 14, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC)- Adeemsi guutiinsa bishaan Hidhaa Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa itti aanuu bishaan gubbee hidhichaarraan carraan yaa’uu akka hinjirre Ministirri…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy miidhaa Liibiyaatti qaqqabeef gaddi itti dhaga’amuu ibsan Sifen Megersa Sep 13, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad miidhaa Liibiyaatti qaqqabe hordofee gaddi itti dhaga'amuu ibsan. Lammiilee sababa balaa lolaa mudateen…
Oduu biyya keessaa Miseensonni boordichaa Qajeelcha ajaja waliigalaa labsii yeroo ariifachiisaa waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 13, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Miseensonni Boordii Qorannoo Raawwii labsii yeroo ariifachiisaa hoggantoota Qajeelcha Ajaja Waliigalaa Labsii Yeroo Ariifachiisaa waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Ajajni Waliigalaa Labsii Yeroo Ariifachiisaarraa kenname Debela Tadesse Sep 12, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)- Ajajnii Qajeelcha Waliigalaa Labsii yeroo Yeroo Ariifachiisaa Kaampii Ugguraa akka hinqabne beeksise. Qajeelchichi hanga ammaatti bakkoota tursiisaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyachoon maaddii qoodan Debela Tadesse Sep 12, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon maaddii qoodaniiru. Dooktar Abiyii fi Giiftii Duree Zinnaash…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarq ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Barri haaraan ummata biyyattii maraaf bara…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan bu’aa ba’ii keessatti moo’achaa imala ishee itti fufti – MM Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Eeyyama waaqayyoon bara 2015…
Oduu biyya keessaa Waan fayyadu cimsuun bara haaraa simachuu qabna – Abunee Maatiyaas Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa Itiyoophiyaa qulqulluu Abune Maatiyaas bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Waloomni eenyummaa kaleessaa, Birmadummaa har’aa, carraa boruuti-TKM Debela Tadesse Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC)- Waloomni eenyummaa kaleessaa, birmadummaa har’aa, carraa boruuti jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse. Tajaajilichi har’a Guyyaa Waloomaa…