Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ambaasaaddara Israa’eel waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 18, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, Ityoophiyaatti Ambaasaddara Israa’eel Alleeliny Admaasuu waliin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Fooramii “Belt and Road” irrtti haasawaa taasisa Debela Tadesse Oct 18, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sirna baniinsaa Fooramii “Belt and Road” irratti haasawaa taasisaniiru. Haasawaa isaaniin bu’uuraa fi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiyyii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon simannaa Irbaataa Pireezidaanti Shii… Sifen Megersa Oct 17, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon simannaa Irbaataa Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiingi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiing waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 17, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiing waliin dhimmoota waloo biyyoota lamaanirratti mari’atan.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Chaayinaa waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Chaayinaa Lii Kiyaangi waliin mari’ataniiru. Mariin isaaniis, tumsa dinagdee biyyoota…
Oduu biyya keessaa Alaabaa keenya jalatti walitti qabamnee tokkummaa sabdaneessummaa Itoophiyaa ni cimsina -TKM Sifen Megersa Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa kabaja guyyaa Alaabaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarseera. Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa yeroo 16ffaaf…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon daawwannaa hojiif Chaayinaa galan Sifen Megersa Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 5, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon daawwannaa hojiif Chaayinaa Beejiingiin galaniiru. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Du’a Artistiifi qabsooftuu jabduu Haloo Daawwee yeroon dhaga’u gadda guddaatu natti… Sifen Megersa Oct 15, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan du'aan boqochuu Artiist Haloo Daawwee hordofee ergaa gaddaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan dhiyeessii mana jireenyaa fooyyessuuf deeggarsa abbootii qabeenyaaf taasisaa jira-Aadde… Debela Tadesse Oct 14, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Mootummaan dhiyeessii mana jireenyaa biyyatti fooyyessuuf abbootii qabeenyaaf deeggarsa olaanaa taasisaa jiraachuu Ministirri Ministeeraa Magaalaa fi…
Oduu biyya keessaa Lammiilee miiliyoona 7.3’f deeggarsi namoomaa taasifameera-TKM Debela Tadesse Oct 14, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Lammiilee miiliyoona 7.3'f deeggarsi namoomaa taasifamuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Beeksise. Ministir Deetaan Tajaajilichaa Salaamaawit…