Oduu biyya keessaa UNDP’n Itiyoophiyaa deeggaruuf kutannoo qabaachuu beeksise Debela Tadesse Sep 23, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Sagantaan Misoomaa Dhabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNDP) adeemsa ijaarsa nageenyaa Itiyoophiyaa deeggaruuf kutannoo qabaachuu Itti Gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Barana buna gabaaf dhiyeetu %75 qulqullina sadarkaa 1-4 jiru akka qabatu hojjetamaa jira-Pir.… Debela Tadesse Sep 22, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC)- Bara kana buna gabaaf dhiyeetu keessaa %75 qulqullina sadarkaa 1-4 jiru akka qabatu hojjetamaa jiraachuu Pireezidantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf qophiidha-Waldaa Balaliistotaa Debela Tadesse Sep 22, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC)- Waldaan Balaliistotaa Itiyoophiyaa, Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf qophii ta’uu beeksise. Miseensonni waldichaa Humna Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Ummanni aadaa walgargaarsaa cimsuun sagantaa nyaata barattootaa milkeessuuf gahee isaa akka bahatu… Debela Tadesse Sep 22, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC)- Ummanni aadaa walgargaarsaa cimsuun barattootaaf manneen barnootaa keessatti nyaata dhiyeessuuf karoora qabame milkeessuuf gahee isaa akka bahatu Biiroon…
Oduu biyya keessaa DhMG deeggarsa Itiyoophiyaaf taasiisu cimsee kan itti fufu ta’uu ibse Sifen Megersa Sep 22, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Itti Aanaan muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo…
Oduu biyya keessaa Karoorri qonna ceesisuuf qabame beekumsaan kan duurfameefi bu’uura saayinsaawaa akka argatu… Sifen Megersa Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Karoorri qonna keenya ceesisuuf qabanne beekumsaan kan duurfameefi bu'uura saayinsaawaa akka argatu taasisuu keenyaan lafa qabachaa jira jedhan…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaaf galii Birrii miiliyoona 500-700 walitti qabuuf sosochiin eegalame Debela Tadesse Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)- Waajjirri Mana Maree Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa Pirojektii Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa baatii tokkoof kan turu sosochii galii walitti qabuu…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Kirooshiyaan tumsummaa dippilomaasii qaban sadarkaa caaluutti ceesisuuf waliigalan Debela Tadesse Sep 20, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Kirooshiyaan tumsummaa dippiloomaasii qaban koomiishiniin ministirootaa hundeessuun gara sadarkaa caaluutti ceesisuuf waliigalan.…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa naannawichaatti dhaga’amtummaa siyaasaa Itiyoophiyaa akka guddisu akeekame Debela Tadesse Sep 20, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Hidhi Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa humna elektirikii maddisiisuun diinagdee fi hawaasummaa biyyatti guddisuu garasitti damee siyaasaan dhaga’amtummaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Mana Maree Nageenyaatti bakka bu’ummaan haqa qabeessii akka jiraatuuf gaafatan Debela Tadesse Sep 20, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Ittaanaan Ministiraa Muummee fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnniin Mana Maree Nageenyaa Dhaabbataa Mootummota Gamtoomaniitti bakka bu’ummaan…