Manni Maree Ministirootaa naannoo Amaaraatti labsiin yeroo ariifachiisaa akka labsamu murteesse
Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) – Manni Maree Ministiroota walga’ii idiilee 23ffaa har’a gaggasseen dhimmoota adda addaarratti mar’achuun murtoo garaagaraa dabarseera.
Haaluma kanaa…