Oduu biyya keessaa Ajajni Waliigalaa Labsii Yeroo Ariifachiisaarraa kenname Debela Tadesse Sep 12, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)- Ajajnii Qajeelcha Waliigalaa Labsii yeroo Yeroo Ariifachiisaa Kaampii Ugguraa akka hinqabne beeksise. Qajeelchichi hanga ammaatti bakkoota tursiisaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyachoon maaddii qoodan Debela Tadesse Sep 12, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon maaddii qoodaniiru. Dooktar Abiyii fi Giiftii Duree Zinnaash…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarq ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Barri haaraan ummata biyyattii maraaf bara…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan bu’aa ba’ii keessatti moo’achaa imala ishee itti fufti – MM Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Eeyyama waaqayyoon bara 2015…
Oduu biyya keessaa Waan fayyadu cimsuun bara haaraa simachuu qabna – Abunee Maatiyaas Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa Itiyoophiyaa qulqulluu Abune Maatiyaas bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Waloomni eenyummaa kaleessaa, Birmadummaa har’aa, carraa boruuti-TKM Debela Tadesse Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC)- Waloomni eenyummaa kaleessaa, birmadummaa har’aa, carraa boruuti jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse. Tajaajilichi har’a Guyyaa Waloomaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis ergaa baga ittiin isiin gahee dabarsan Debela Tadesse Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan bara haaraa 2016 ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Barichi bara…
Oduu biyya keessaa Hariiroon dhaloota gidduu jiruf itti fufiinsa qabaachuu qaba – Pire. Saahilawarq Sifen Megersa Sep 10, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) ¬– Qaammeen 5, Guyyaan Dhalootaa mata duree ‘Itiyoophiyaa Ida’ama dhalootaa’ jedhuun Yuunivarsiitii Finfinneetti kabajameera. Pireezidaantii FDRI…
Oduu biyya keessaa Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa Marsaa 4ffaan milkiin xumurame Sifen Megersa Sep 10, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) ¬– Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad guutinsi Bishaanii Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa Marsaa 4ffaan milkiin xumuramuu ibsan. Hojii…
Oduu biyya keessaa Dhaloonni har’aa dhaaltuu dhaloota kaleessaati, boru ammoo boru dhaloota har’aan… Sifen Megersa Sep 10, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Qaammee 5, Guyyaa Dhalootaa ilaalchisee ergaa dabarseera. Qaammeen 5, Guyyaan dhalootaa mata duree 'Itiyoophiyaa…