Oduu biyya keessaa Kan dhaabnu dhaloota dhufuufi – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jul 17, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy kutaa magaalaa Eekkatti Biqiltuu Ashaaraa Magarisaa dhaabaniiru. Dooktar Abiy magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis sagantaa Ashaaraa Magariisaa Naannoo Oromiyaa eegalchiisan Debela Tadesse Jul 17, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan sagantaa ashaaraa magariisaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuuf…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Duula aduu tokkotti Biqiltuu Ashaaraa magariisaa miiliyoona 500 dhaabuun Ashaaraa… Debela Tadesse Jul 17, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad duula aduu tokkotti Biqiltuu Ashaaraa magariisaa miiliyoona 500 dhaabuun Ashaaraa isaanii kaa'aniiru.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan ni dubbisti, daandileen ishees kitaabaan ni guutamu-MM Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Jul 16, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)-Ityoophiyaan ni dubbisti; daandileen ishees kitaabaan ni guutamu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Kitaabileen hiriyaa bara jireenyaa…
Oduu biyya keessaa Kaayyoon Keenya Galmee haaraa keenya galmeessuudha-MM Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Jul 16, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)- Kaayyoo keenya galmee haaraa keenya galmeessuudha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dhimmi Ashaaraa Magariisa, dhimma Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan imaanaa ishee ni eegdi malee biyyoota yaa’aa Abbayyaa obboloota ishee miidhuuf… Debela Tadesse Jul 15, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan Imaanaa ishee ni eegdi malee biyyoota Yaa’aa Abbayyaa obboloota ishee miidhuuf hinyaaddu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Qormaata ba’iinsaa kan fudhatan keessaa %40.65 qabxii darbiinsaa galmeessaniiru-Ministeera Barnootaa Debela Tadesse Jul 15, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2015 (FBC)-Barattoota qormaata ba’iinsa Yuunivarsiitii fudhatan kuma 61 fi 54 keessaa %40.65 qabxii darbiinsaa galmeessuu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministir…
Oduu biyya keessaa Turtiin Dooktar Abiy Ahimad Ijiptitti taasisaan bu’aa qabeessa ture – Dooktar Laggasaa Tulluu Debela Tadesse Jul 14, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC) – Turtiin Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ijiptitti taasisaan bu’aa qabeessa turuu Ministirri Tajaajila Koominikeeshinii Mootummaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Marii sadee guutinsa Bishaan Hidha Haaroomsa Guddicha Ityoophiyaa baatii 4 keessatti xumuruuf walii… Sifen Megersa Jul 13, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Ijipti Abdulfattaahiii Alsisiin Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad simachuun dubbisaniiru. Hoggantoonni biyyoota lamaanii…
Oduu biyya keessaa Rakkoo walxaxaa Sudaan mudate furuuf tattaffii waloo barbaachisa – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jul 13, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad rakkoo Sudaan furuuf marii gaggeessummaa Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa fi deeggarsa Gamtaa…