Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Keeniyaa galan Sifen Megersa Jul 12, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) –Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin walga’ii Mana Maree Hojii Raawwaachiftuu Gamtaa Afrikaarratti…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Gamaaggama raawwii hojii bara 2015 fi qophii karoora bara 2016 mootummaa fi paartii… Sifen Megersa Jul 12, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Waltajjiin gamaaggama raawwii hojii bara 2015 fi qophii karoora bara 2016 mootummaa fi paartii naannoo Oromiyaa Adaamatti gaggeeffamaa jira. Hooggansi…
Biiznasii Naannoon Oromiyaa Baajata bara 2016’f Birrii Biiliyoona 221.5 raggaasise Debela Tadesse Jul 11, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2015 (FBC)-Naannoon Oromiyaa Baajata bara 2016'f Birrii Biiliyona 221 fi miiliyoona 517 ol raggaasise. Caffeen Oromiyaa Yaa’ii idilee 5ffaa har’a gaggeesseen…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan humna haareffamaa irratti misooma gaggeessitu Jarman ni deeggarti- Janiifar Lii Morgaan Debela Tadesse Jul 11, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2015 (FBC)-Ityoophiyaan sodaa jijjiiramaa qabeenya qilleensaa dhaabuu fi diinagdee magariisaa ijaaruuf misoomaa humna haareffamaa gaggeessitu Jarman deeggaruuf qophii…
Oduu biyya keessaa Raayyaan dirqama raawwachuuf qophaa’ummaa fooyya’aarratti argama-F/M Birhaanuu Juulaa Debela Tadesse Jul 11, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2015 (FBC)- Raayyaan Ittisaa Biyyaa dirqama isaa raawwachuuf yeroo kamuu caalaa qophaa’ummaa fi ga’umsa fooyya’aarratti argama jechuun Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan ja’aaf gatii kiraa manaa dabaluunis, kireeffataa baasuunis hindanda’amu-B/M/Finfinnee Debela Tadesse Jul 10, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC)- Baatiiwwan ja’an dhufaniif gatii kiraa manaa dabaluunis ta’e kireeffataa baasuunis akka hindanda’ame Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee beeksise. Kaabineen…
Oduu biyya keessaa N/Oromiyaa Mana barnootaa ifa boruu naannolee 5’tti ijaaruun hariiroo gaarii uumeera jedhame Debela Tadesse Jul 10, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC)- Obbolummaa Oromoo fi naannolee ollaa cimsuuf Mootummaan Naannoo Oromiyaa manneen barnootaa ifa boruu naannolee shan keessatti akka ijaaraman taasisuun,…
Biiznasii Bara 2015 galiin Birrii biiliyoona 82 walitti qabameera Debela Tadesse Jul 10, 2023 0 Finfinneen, Adoolessa 3, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaattii Dandeetti galii maddisiisu qorachuun galii diinagdee naannichaa Birrii Biiliyoona 78 ol walitti qabuuf karoorfameen, Birrii…
Oduu biyya keessaa Naannichatti Carraan hojii lammiilee 2.3’f uumameera Debela Tadesse Jul 10, 2023 0 Finfinnee, Adoolesaa 3, 2015(FBC)-Naannoo Oromiyaatti Carraa hojii lammiilee miiliyoona 2.3’f uumuun akka danda;amee Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan dubbatan.…
Oduu biyya keessaa Bu’aan yakka malaammaltummaa Birrii biiliyoona 2.6 dhorkisiifameera-Pir. Shimallis Debela Tadesse Jul 10, 2023 0 Finfinneen, Adoolessa 3, 2015 (FBC)- Hojiilee gochaalee malaanmaltummaa hojjetamaniin qabeenyi bu’aalee gochaa malaanmaltummaa ta’an Birrii biiliyoona 2.6 dhorkamuu Pireezidaantiin Naannoo…