Mootummman naannichaa nageenya mirkaneessuuf dhaabbilee amantaa waliin hojjechaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Caamsaa 23, 2015 (FBC)-Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiilee nageenyaa fi tasgabbii mirkaneessuuf hojjetamaanirratti dhaabbilee amantaa waliin qindoomina gaariin hojjetaa jiraachuu…