Oduu biyya keessaa Hojiin xaa’oo bitame biyya alaarraa galchuu xumurame Debela Tadesse Aug 17, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC)-Bara oomishaa 2015/16’f xaa’oo alarraa bitame kuntaalaa miiliyoona 13 fi kuma 975 fi 520 gara biyyaatti geejjibsiisuun xumuramuu Koorporeeshiniin hojiilee…
Oduu biyya keessaa Indaastiraalaayizeeshiniin Ityoophiyaatti mul’achaa jiru jajjabeessaadha- Hayyoota Chaayinaa Debela Tadesse Aug 16, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Indaastiraalaayizeeshiniin Ityoophiyaatti mul'achaa jiru jajjabeessaa ta’uu hayyoonni Yuunivarsiitii Chaayinaa Peekiingi ibsan. Hayyoonni kunneen…
Oduu biyya keessaa Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa misoomsuuf waliigalteen taasifame Sifen Megersa Aug 15, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Abbaan Taayitaa Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa Dhaabbata Mootummaa Chaayinaa 'CCECC' jedhamu waliin Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa misoomsuuf waliigaltee…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Dippiloomaatoota teessoo isaanii Finfinnee taasiisaniif haala Waaqtaawaarratti ibsa… Sifen Megersa Aug 15, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) –Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makoonniin Dippiloomaatoota teessoo isaanii Finfinnee taasiisaniif dhimmoota haala…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Barreessaa Olaanaa Liigii Musliimaa Idil Addunyaa Mahammad Biin… Sifen Megersa Aug 15, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zaawdeen Barreessaa Olaanaa Liigii Musliimaa Idil Addunyaa Mahammad Biin Abdulkariim Al Isaa waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Naannichatti tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuuf fudhatameen iddooleen hedduun gara sochii… Sifen Megersa Aug 15, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Naannoo Amaaraatti tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuuf fudhatameen iddooleen hedduun gara sochii Idileetti deebi’uu Qajeelchi ajaja waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa Labsii Yeroo Ariifachiisaa raggaasise Debela Tadesse Aug 14, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Labsii Yeroo Ariifachiisaa sagalee caalmaan raggaasiseera. Manni marichaa walga’ii ariifachiisaa 1ffaa bara hojii 2ffaa…
Fayyaa Tajaajila fayyaa hundagaleessaa fooyyessuuf hojiileen hojjetamaa jiran cimanii itti fufu-Dooktar… Debela Tadesse Aug 13, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2015(FBC)- Ityoophiyaatti tajaajila fayyaa hundagaleessaa fooyyessuuf hojiileen hojjetamaa jiran cimanii kan itti fufan ta’uu Ministirri Ministeera Fayyaa Doktar Liyaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa Imaammataafi Tarsiimoo tokko lama jedhamanii lakkaawwaman qabatee… Sifen Megersa Aug 12, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa Imaammataafi Tarsiimoo tokko lama jedhamanii lakkaawwaman qabatee socho’a jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Har’a sirna eebba humna guddaarratti argamuu kootti kabajatu natti dhaga’ama – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Aug 12, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Har’a sirna eebba humna guddaarratti argamuu kootti kabajatu natti dhaga’ama jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Humna kun kaayyoo lama…