Bu’aan yakka malaammaltummaa Birrii biiliyoona 2.6 dhorkisiifameera-Pir. Shimallis
Finfinneen, Adoolessa 3, 2015 (FBC)- Hojiilee gochaalee malaanmaltummaa hojjetamaniin qabeenyi bu’aalee gochaa malaanmaltummaa ta’an Birrii biiliyoona 2.6 dhorkamuu Pireezidaantiin Naannoo…