Paartichi Ityoophiyaa gara boqonnaa fooyya’aatti ceesisuuf hojiilee eegale cimsee itti fufa-MM Abiy…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa qormaatilee injifannootti jijjiiruun Ityoophiyaa gara boqonnaa fooyya’aatti ceesisuuf hojiilee eegale cimsee kan itti fufu ta’uu…