Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Sudaan galan Ayana Dheressa Jan 26, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Sudaan galan. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad wayita Kaartuum gahan Pireezidaantii Mana Maree…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Pireezidaantii Faransaay Imaanu’eel Maakroon waliin bilbilaan mari’atan Ayana Dheressa Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Faransaay Imaanu’eel Maakroon waliin bilbilaan mari’achuu ibsan. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Hayyoonni furmaata jajjaboo maddisisuun gahee isaanii akka bahatan Muummeen Ministiraa gaafatan Debela Tadesse Jan 24, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Hayyoonni dhiibbaawwan hawaasummaa fi diinagdee garaagaraa Ityoophiyaa mudataa jiran hubachuun, fedhii isaanii haala qabatamaa waliin walsimsiisuu fi…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad hayyoota yuunivarsitii waliin mari’achaa jiru Sifen Megersa Jan 24, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hayyoota yuunivarsitii waliin mari’achaa jiru. Kanaan dura mata duree “Gahee hayyootaa Ijaarsaa Biyyaaf” jedhuun…
Oduu biyya keessaa Mootummaan nageenya uummataa kabachiisuuf yeroo kamiyyuu caalaa xiyyeeffannoon hojjechaa jira-BKO Sifen Megersa Jan 24, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC) –Mootummaan nageenya uummataa kabachiisuuf yeroo kamiyyuu caalaa xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse. Biirichi marii…
Oduu biyya keessaa MMBBU guyyaa boruu muudama ministirootaa ni raggaasisa jedhameetu eegama Ayana Dheressa Jan 23, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2015(FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa guyyaa boruu muudama ministirootaa ni raggaasisa jedhameetu eegama. Manni marichaa walga’ii idilee 9ffaa bara hojii…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Pireezidaantiifi Ittaanaa Pireezidaantii duraanii Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa… Ayana Dheressa Jan 23, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantiifi Ittaanaa Pireezidaantii duraanii Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa waliin mari’ataniiru. Muummeen…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad bara haaraa Chaayinaa sababeeffachuun Mootummaa Chaayinaaf ergaa baga ittiin isin… Ayana Dheressa Jan 22, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bara haaraa Chaayinaa sababeeffachuun Mootummaafi Uummata Chaayinaaf ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Qabeenya uumamaa kunuunsuun Naannoo magariisaafi jireenyaaf mijataa ta’e dhaloota egeree haa… Sifen Megersa Jan 22, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2015 (FBC) - Qabeenya uumamaa kunuunsuun Naannoo magariisaafi jireenyaaf mijataa ta'e dhaloota egeree haa dhaalchisnu jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad mana barumsa Teeknika Waraanaa Awaash Aarbaatti argamuun agarsiisa humna Waraanaa… Sifen Megersa Jan 21, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Mana Barumsa Teeknika Waraanaa Awaash Aarbaatti argamuun agarsiisa waraanaa qindaa'aa Humna Qilleessaa fi…