Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad hoggantoota olaanoof muudama laatan Sifen Megersa Jan 20, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hoggantoota olaanoof muudamoota garaagaraa laataniiru. Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bu'uura heera…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoon MNO Godina Qeellam Wallaggaatti Kutaalee Hawaasaa garaagaraa waliin mari’ate Ayana Dheressa Jan 18, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2015(FBC)- Hoggantoonni olaanoon Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Qeellam Wallaggaatti Kutaalee Hawaasaa garaagaraa waliin mari’ateera. Waltajjii marii kanarratti…
Oduu biyya keessaa Cuuphamuun Yesuus Kiristoos araaraafi dhiifamaan godoo jibbaa diiguu nu barsiisa-Obbo Shimallis… Ayana Dheressa Jan 18, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2015(FBC)- Cuuphamuun Yesuus Kiristoos araaraafi dhiifamaan godoo jibbaa diiguu nu barsiisa jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Uncategorized MM Abiy Ahimad Ayyaana Kataraafi Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin sin gahee dabarsan Ayana Dheressa Jan 18, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2015(FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Kataraafi Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Ayyaanni cuuphaa ayyaana hiikkaa…
Uncategorized Mootummaan Ityoophiyaa fi dhaabbanni Maasdaar Aanniisaa Aduu Meegaa Waattii 500 misoomsuuf… Sifen Megersa Jan 18, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2015 (FBC) – Mootummaa Ityoophiyaa fi dhaabbanni Maasdaar Emireetoota Araba Gamtoomanii Aanniisaa Aduu Meegaa Waattii 500 misoomsuuf waliigaltee mallatteessaniiru…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarq Ambaasaaddaroota tibba darbe muudaniif xaalayaa muudamaa laatan Sifen Megersa Jan 17, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen Ambaasaaddaroota tibba darbe muudaniif xaalayaa muudamaa laataniiru. Namoota 14 Ambaasaaddara guutuu fi…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanachi ijaarsa Addababayii Lammii Kuraa eegalchiisan Sifen Megersa Jan 17, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen Addabaabayii Masqalaatti aanee isa 2ffaa kan ta’e ijaarsa Addababayii Lammii Kuraa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Emereetota Araba Gamtoomanii waliin walta’iinsi gama maraan qabdu cime itti fufa-MM… Debela Tadesse Jan 16, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC)- Muummeen Ministraa Abiy Ahimad Ityoophiyaan Emereetota Araba Gamtoomanii waliin walta’iinsi gama maraan qabdu cimee akka itti fufu ibsan. Biyyoonni…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu kutaalee hawaasaa Godina Wallagga Bahaa waliin mari’ate Debela Tadesse Jan 16, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC)- Jilli hoggansa olaanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Pireezidaantii Naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu kutaalee hawaasaa Magaalaa Naqamtee fi Aanaalee…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan bara 2050’tti gadi lakkifama kaarboonii zeeroorraan gahuuf hojjechaa jirti- MM Abiy… Ayana Dheressa Jan 16, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2015(FBC)- Ityoophiyaan bara faranjootaa 2050’tti gadi lakkifama kaarboonii zeeroorraan gahuuf galma kaa’attee xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Muummeen Ministiraa…