Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Ministira Alaa Chaayinaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 10, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ministira Ministeera Dhimmaa Alaa Chaayinaa Chiin Gaang waliin mari’atniiru. Muummeen Ministiraa Abiy Ahmad…
Uncategorized MM Abiy Ahimadii fi Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Qillee sababeeffachuun maaddii… Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Qillee sababeeffachuun namoota daandirraa jiraataan waliin maaddii…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Debela Tadesse Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Qillee bara 2015 sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Hordoftoota amantaa kiristaanaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Ayana Dheressa Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Dhalachuu…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Qamadiin Jallisii Boneen lafa hektaara miiliyoona 1 ol irratti misoome –… Sifen Megersa Jan 5, 2023 0 Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti Qamadiin Jallisii Boneen lafa hektaara miiliyoona 1 ol irratti misoomuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis Abdiisan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Qillee sodaa nageenyaa malee nagaan akka kabajamu qophii ga’aan taasiifame –… Sifen Megersa Jan 5, 2023 0 Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) - Ayyaanni Qillee fi Cuuphaa yaaddoo nageenyaa malee nagaan akka kabajamu qophii ga'aan taasiifamuu Humni Waloo nageenyaa fi Tikaa ibseera. Humni Waloo…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad indaastirii Horaa daawwatan Debela Tadesse Jan 4, 2023 0 Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad indaastirii Horaa daawwataniiru. Muummeen Ministiraa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka jedhanitti, guyyaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan haa oomishtuurratti hirmaadhaa-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Jan 4, 2023 0 Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI sagantaa Ityoophiyaan haa oomshturratti hirmaadhaa jechuun waamicha dhiyeessan. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaa gama…
Oduu biyya keessaa Biyya tajaajiluun carraa; ergama bahachuun ammoo injifannoodha- MM Abiy Ahimad Ayana Dheressa Jan 3, 2023 0 Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Biyya tajaajiluun carraa ergama bahachuun ammoo injifannoodha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Ambaasaaddaroota bara tajaajila isaanii xumuran…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Pireezdaantii Turkii waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 2, 2023 0 Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezdaantii Turkii Reesiip Xaayib Eerdohaan waliin dhimoota waloorratti mari’ataniiru. Muummeen Ministiraa FDRI…