Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa murtoowwan garaagaraa dabarse Debela Tadesse Mar 21, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 18ffaa har’a gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarseera. Manni Marichaa, wixinee labsii abbummaa…
Oduu biyya keessaa Biyya badhaatuu qabna-MM Abiy Ahimad Ayana Dheressa Mar 20, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2015(FBC)- Biyya badhaatuu qabna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Ija keenya bannee yoo hojjennee iddoolee hedduu addunyaa hawwachuu danda’an…
Oduu biyya keessaa Dhaloonni hunduu Kitaabicha keessatti ofii isaa arga jedheen amana-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Mar 18, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2015 (FBC)- Dhaaloonni hunduu Kitaabaa “Dhaaloota Ida’amuu” keessatti ofii isaa arga jedheen amana jechuun Ministirri Muummee FDRI Abiy Ahimad dubbatan. Kitaabni…
Oduu biyya keessaa Koreen Hoji Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee gaggeessuu eegale Debela Tadesse Mar 16, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2015 (FBC) – Koreen Hoji Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee isaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamanitti har’a gaggeessuu eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Ijibti haasawaa itti gaafatamaa hinqabnee fi sodaachisarraa akka of qusattu Ityoophiyaan hubachiiste Debela Tadesse Mar 16, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2015 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa Ityoophiyaa, hidhaa Haaromsaa ilaalchisuun “ Filmaanni hunduu banaadha” jechuun ibsa Ministirri Dhimma Alaa Ijibti kennan…
Oduu biyya keessaa Antoonii Biliinkan murannoo mootummaan Ityoophiyaa waliigaltee Piriitooriyaa hojiitti hiikuuf qabu… Sifen Megersa Mar 16, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2015 (FBC) –Ministirri Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan murannoo mootummaan Ityoophiyaa waliigaltee Nageenyaa Piriitooriyaa hojiitti hiikuuf qabu dinqisiifataniiru.…
Oduu biyya keessaa Antoonii Bilinkan daawwannaa Ityoophiyaa xumuruun deebi’an Debela Tadesse Mar 16, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2015 (FBC)- Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan daawwannaa Ityoophiyaatti taasisan xumuruun deebi’aniiru. Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa waliin mari’atan Debela Tadesse Mar 15, 2023 0 Finfinnee, Bitootessaa 6, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan waliin mari’ataniiru. Mariin isaaniis dhimmoota biyyaa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Pireezidaantii Chaayinaaf ergaa baga gammaddanii dabarsan Debela Tadesse Mar 15, 2023 0 Finfinnee, Bitootessaa 6, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad irra deebiin yeroo 3ffaaf kan filataman Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiingiif ergaa baga gammaddanii…
Oduu biyya keessaa Antoonii Biliinkan Finfinnee galan Sifen Megersa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Biliinkan wayita buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee…