Waldaan Qorannoo Oromoo osoo of hindaangessin hojjechuu qaba-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Waldaan Qorannoo Oromoo osoo of hindaangessin hojjechuu akka qabu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ibsan.
Sagantaan hundeeffama…