Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Embaasii Jibuutii eebbisiisan Debela Tadesse Feb 19, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad, Pireezidaantii Jibuutii Ismaa’eel Omar Gillee waliin ta’uun Embaasii Jibuutii haaraa Finfinneetti ijaarame…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Barreessaa Olaanaa DhMG waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 18, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin mari'ataniiru. MM Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa muudamoota garaagaraa dhiyaatan mirkaneesse Sifen Megersa Feb 18, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Idilee 4ffaa waggaa 2ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun muudamoota dhiyaatan mirkaneesseera. Haaluma Kanaan:- 1.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Itti aantuu Daayrektara Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 18, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Itti aantuu Daayrektara Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru. MM Abiy…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Shaggar Waggoota afran dhufan keessatti Magaalaa Oromoon hundi itti Boonu akka taatuuf… Sifen Megersa Feb 17, 2023 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2015 (FBC) - Magaalaan Shaggar Waggoota afran dhufan keessatti Magaalaa Oromoon hundi itti Boonu akka taatuuf hojjenna jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan michuuwwan rakkatan deeggaruuf murannoo qabdi – MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Feb 17, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Kirkira lafaa Turkitti mudateen lubbuuf darbeef gadda itti dhaga'ame Pireezidaantii biyyattii Reesip Xaayip…
Oduu biyya keessaa Dhimma faayidaa waloo Oromummaarratti walii galuun barbaachisaadha – Obbo Fiqaaduu Tasammaa Sifen Megersa Feb 17, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC) – Dhimma faayidaa waloo Oromummaarratti walii galuun barbaachisaa ta’uu Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan gabaasa raawwii hojiilee MNO baatiiwwan ja’an darbanii dhiyeessaa jiru Ayana Dheressa Feb 17, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC)- Pireezidantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan gabaasa raawwii karoora hojii Mootummaa Naannoo Oromiyaa baatiiwwan ja'an darbanii…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Idilee 4ffaa waggaa 2ffaa Caffee Oromiyaa eegale Ayana Dheressa Feb 17, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC)- Yaa’iin Idilee 4ffaa waggaa 2ffaa Bara Hojii Caaffee 6ffaa Caffee Oromiyaa Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti gaggeeffamuu eegaleera. Yaa'icha…
Oduu biyya keessaa Oomishtummaan qonnaa guddina diinagdeefi wabii nyaataa mirkaneessuuf murteessaadha- Pireez.… Ayana Dheressa Feb 16, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2015(FBC)- Oomishtummaan qonnaa guddina diinagdee, hiyyummaa keessaa bahuufi wabii nyaataa mirkaneessuuf murteessaadha jedhan Pireezdaantiin FDRI Saahilawarq…