Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan haa oomishtuurratti hirmaadhaa-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Jan 4, 2023 0 Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI sagantaa Ityoophiyaan haa oomshturratti hirmaadhaa jechuun waamicha dhiyeessan. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaa gama…
Oduu biyya keessaa Biyya tajaajiluun carraa; ergama bahachuun ammoo injifannoodha- MM Abiy Ahimad Ayana Dheressa Jan 3, 2023 0 Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Biyya tajaajiluun carraa ergama bahachuun ammoo injifannoodha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Ambaasaaddaroota bara tajaajila isaanii xumuran…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Pireezdaantii Turkii waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 2, 2023 0 Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezdaantii Turkii Reesiip Xaayib Eerdohaan waliin dhimoota waloorratti mari’ataniiru. Muummeen Ministiraa FDRI…
Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitichaa hojiilee qorannoo Gaazexeessummaa gaggeeffamu gufachiisuuf yaaliin taasiifamu… Sifen Megersa Jan 2, 2023 0 Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa hojiilee qorannoo Gaazexeessummaa gaggeeffamu gufachiisuuf yaaliin taasiifamu kamiiyyuu akka dhaabbatu…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa mirgaa fi fayyadamummaa dargaagootaaf xiyyeeffaannoon hojjeta – Obbo… Sifen Megersa Jan 1, 2023 0 Finfinnee, Mudde 23, 2015 (FBC) - Paartiin Badhaadhinaa mirgaa fi fayyadamummaa dargaagootaa kabachiisuuf xiyyeeffaannoon kan hojjetu ta'uu Dursaa Itti Aanaan Pireezidaantii Paartichaa Obbo…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad bara haaraa sababeeffachuun hawaasa idil addunyaaf ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jan 1, 2023 0 Finfinnee, Mudde 23, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bara haaraa 2023 sababeeffachuun hawaasa idil addunyaaf ergaa hawwii gaarii dabarsaniiru. Barri haaraan kun hawaasa…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa borii eegalee gara Maqaleetti balallii ni jalqaba Sifen Megersa Dec 27, 2022 0 Finfinnee, Mudde 18, 2015 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa guyyaa Borii eegalee gara Maqaleetti balallii idilee kan jalqabu ta’uu beeksiise. Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Jilli mootummaa federaalaa Obbo Taaggasaa Caafoon durfamu Maqaleetti imale Debela Tadesse Dec 26, 2022 0 Finfinnee, Mudde 17, 2015 (FBC)-Jilli qondaaltota olaanoo mootummaa federaalaa Afyaa'ii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoon durfamu gara Maqaleetti imaleera. Jilichi…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad bakka argamanitti raawwii adeemsa nageenyaa fi haala yeroorratti mari’atame Debela Tadesse Dec 25, 2022 0 Finfinnee, Mudde 16, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bakka argamanitti raawwii adeemsa nageenyaa fi haala yeroorratti mari’atameera. Marichaanis raawwii waliigaltee…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad hawaasa addunyaa har’a Ayyaana Qillee kabajaniif ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Dec 25, 2022 0 Finfinnee, Mudde 16, 2015(FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hawaasa addunyaa har'a Ayyaana Qillee kabajaniif ergaa baga geessanii dabarsan. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gama…