Oduu biyya keessaa Irreechi nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa beeksise Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Kabajni Ayyaana Irreecha nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa beeksise. Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinneefi Hora Harsadee miiliyoonponni irratti…
Oduu biyya keessaa Irreechi waltajjii tokkummaafi obbolummaa, dirree faayaa fi faayama addunyaa ittiin raajeeffame… Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Irreechi waltajjii tokkummaafi obbolummaa, dirree faayaa fi faayama addunyaa ittiin raajeeffame ta'uun karaa nagaan xummurame jedhan Itti gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreechaa milkii guddaan xumurame- Obbo Shimallis Abdiisaan Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Ayyaanni Irreechaa milkii guddaan xumuramuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan. Ayyaanni Irreechaa bara 2015…
Oduu biyya keessaa Irreechi Hora Finfinnee nagaan xumuramuun milkii olaanaadha-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Oct 1, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC)- Irreechi Hora Finfinnee nagaan kabajamee xumuramuun milkii olaanaadha jedhan Pireezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa,…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa lammileen nagaarraa miidhaa utuu hinqaqqabne eeggannoon tarkaanfii fudhachaa… Debela Tadesse Sep 30, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa lammiilee nagaarra miidhaan utuu hingeenye ofeeggannoo olaanaan qiyyaafatee adda baasuun tarkaanfii fudhachaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Ayyaana Irreechaa ilaalchisuun ergaa dabarsan Debela Tadesse Sep 30, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)- Muummee Mistiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Irreechaa ilaalchisuun ergaa dabarsaniiru. Guutuun ergaa isaanii akka ittaanutti dhiyaateera. Hunda dura,…
Oduu biyya keessaa Irreechi waltajjii guddummaan Oromoo ifee itti mul’atu, faajjii Nageenyaa fi obbolummaati-Pir.… Debela Tadesse Sep 30, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)-Irreechi waltajjii guddummaan Oromoo ifee itti mul'atu, faajjii Nageenyaafi obbolummaati jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Somaaliyaa daawwannaa xumuranii gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Sep 30, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)-Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammad daawwannaa isaanii xumuranii gara biyya isaaniitti deebi’aniiru. Muummee Ministiraa Abiy Ahimadis buufata xiyyaaraa…
Oduu biyya keessaa Irreechaan walqabatee daandiiwwan cufaman ifoomaan Debela Tadesse Sep 30, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)- Finfinneetti Ayyaanni Irreecha kabajamee hanga xumuramutti daandiiwwan cufaman ifoomaniiru. Haaluma kanaan:- • Buufataa Xiyyaaraa Boolee, Galma…
Oduu biyya keessaa Waldaan Qorannoo Oromoo osoo of hindaangessin hojjechuu qaba-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Waldaan Qorannoo Oromoo osoo of hindaangessin hojjechuu akka qabu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ibsan. Sagantaan hundeeffama…