Jilli Miseensota Paartii Badhaadhinaa Pireezidaantoota Naannoleen durfamu Jigjigaa gale
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) –Jilli Miseensota Koree Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa Pireezidaantoota Naannoleen durfamu magaalaa Jigjigaa galeera.
Miseensonni Koree Hojii…