Oduu biyya keessaa Carraan manneen waliin jireenyaa tibba darbe ba’e haqame Sifen Megersa Jul 13, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Carraan manneen waliin jireenyaa 20/80 fi 40/60 tibba darbe ba’e haqamuu Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee beeksise. Kantibaan Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Koreen Dhaabbii Dhimmoota Galii Waloo fi Baajata Deeggarsaa dhimmoota garaagaraarratti mari’achaa… Debela Tadesse Jul 13, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Koreen Dhaabbii Dhimmoota Galii Waloo fi Baajata Deeggarsaa bakka Pirezidaantonni naannolee argamanitti dhimmoota garaagaraarratti mari’achaa jira.…
Oduu biyya keessaa Komishinara Koomishinii Hoggansa Sodaa Balaa kan turan Obbo Mitikkuu Kaasaa to’ataman Debela Tadesse Jul 13, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Komishinara Koomishinii Hoggansa Sodaa Balaa kan turan Obbo Mitikkuu Kaasaa to’annoo jala oolaniiru. Koomishinarichi yakka malaanmaltummaan shakkamuun…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Adaamaatti Mana Barumsaa Bu’uura Boruu… Ayana Dheressa Jul 11, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Jilli Pirezedaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Adaamaatti Mana Barumsaa Bu'uura Boruu Danbalaa eebbisiiseera.…
Oduu biyya keessaa Siidaan Koloneel Abdiisaa Aagaa eebbifame Sifen Megersa Jul 11, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Siidaa koloneel Abdiisaa Aagaa mooraa Yuunivarsiitii…
Oduu biyya keessaa Hawaasa musliimaa qofaa utuu hintaane hawaasni biroonis waltumsuu fi waliif yaaduun Ityoophiyaa… Debela Tadesse Jul 8, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Hawaasa musliimaa qofaa utuu hintaane hawaasni biroonis waltumsuu fi waliif yaaduudhaan Ityoophiyaa qormaataa keessa baasuun milkaa’ina yaadnuuf…
Oduu biyya keessaa Islaamummaan nageenya waan ta’eef hordoftoonni qaamolee amantaafi saba da’eeffachuun nageenya… Ayana Dheressa Jul 8, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Islaamummaan nageenya waan ta’eef hordoftoonni amantaa Islaamaa hundi qaamolee amantaafi saba dawoo godhachuun nageenya ummataafi biyyaa booressuuf…
Oduu biyya keessaa Xiyyeeffannaa baajata bara 2015 humna guutuu fayyadamuun guddinaa itti fufsiisuudha jedhame Debela Tadesse Jul 7, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Bara 2015’f baajatni qabame humna guutuu jiru fayyadamuun guddina eegalame itti fufsiisuuf xiyyeeffannaan kan hojjetamuudha jedhan Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa kan fayyadu fiinxaalessummaa dhabamsiisuun sirna diimookiraasii mirkaneessuun, waliin… Debela Tadesse Jul 7, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa kan fayyaduu fiinxaalessummaa dhabamsiisuun sirna diimookiraasii mirkaneessuun waliin imaluudha jedhaan Muummeen Ministiraa FDRI ABiy…
Oduu biyya keessaa Rakkoon garaagaraa osoo jiruu galiin biyyattii dabaleera- MM Abiy Ayana Dheressa Jul 7, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 30,2014 (FBC)- Rakkoon garaagaraa osoo jiruu galiin biyyattii dabaluu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ibsan. Ityoophiyaan dhiibbaa rakkoolee garaagaraa jala…