Nageenyaa fi tasgabbii lammiilee akkasumas itti fufiinsa biyyaa mirkaneessuuf furmaanni olaantummaa…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Nageenyaa fi tasgabbii lammiilee akkasumas biyya itti fufsiisuuf furmaanni olaantummaa seeraa mirkeessuu qofa ta'uu Tajaajjilli Kominikeeshinii Mootummaa…