Oduu biyya keessaa Finxaaleessummaan aantee hin qabu! – BMNO Sifen Megersa Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) - Mootummaan Naannoo Oromiyaa Saba fedhe keessaa yoo ba’e ilaalchii fi gochi finxaaleessummaa farra ummataati jedhee kan amanu ta’uu ibseera.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Waliigaltee humnoota Sudaan Kibbaa gidduutti raawwatame dinqisiifatan Sifen Megersa Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Waliigaltee humnoota Sudaan Kibbaa gidduutti raawwatame dinqisiifataniiru. Hoggantoonni humnoota Sudaan Kibbaa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Kitaaba Ajajaa Shantamaa Gaashaayee Xeenaawuun mata duree ‘Ajaja Kaabaa… Obse Wakgari Apr 2, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Kitaaba Ajajaa Shantamaa Gaashaayee Xeenaawuun mata duree 'Ajaja Kaabaa ganame' jedhuun barreeffame…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministiroota walga’ii idilee gaggeesseen murtoowwan adda adda dabarse Obse Wakgari Apr 2, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Manni Maree Ministiroota walga’ii idilee 7ffaa gaggeesseen murtoowwan adda adda dabarsuu beeksiseera. Manni Marichaa guyyaa har’a walga’ii idilee…
Oduu biyya keessaa Mootummaan tarkaanfiiwwan qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf dandeessisan fudhata jira-TKM Obse Wakgari Apr 2, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Mootummaan tarkaanfiiwwan qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf dandeessisan fudhata jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad balaa ibiddaa giddugala gabaa Hargeessaatti qaqqabeen gadda itti dhaga’aame ibsan Obse Wakgari Apr 2, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad balaa ibidda giddugala gabaa Hargeessaatti miidhaa qabeenyaa lammiileerratti qaqqabeen gadda itti dhaga’amee…
Oduu biyya keessaa Baga waggaa 11ffaa dhagaa bu’uuraa ijaarsa proojektii Hidha Haaromsaa Guddichaa itti kaa’ameen… Obse Wakgari Apr 2, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokkonniin waggaa 11ffaa dhagaa bu’uuraa ijaarsa proojektii Hidha…
Oduu biyya keessaa Waqtii Ramadaanaan lammiilee waraanaa fi hongeen miidhaman yaadachuun barbaachisaadha-MM Abiy Ahimad Ayana Dheressa Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hawaasni musiliimaa waqtii sooma Ramadaanaa kanatti lammiilee sababa waraanaa fi hongeen miidhaman akka yaadatu…
Oduu biyya keessaa Mareen biyyaalessaa kan milkaa’uu Ityoophiyaanoonni hundi abbummaan adeemsicha deeggaruu yoo… Ayana Dheressa Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Mareen biyyaalessaa kan milkaa’uu Ityoophiyaanoonni hundi qajeeltoo sirrii fi abbummaan adeemsicha deeggaruu yoo danda’aniidha jedhan Muummeen…
Oduu biyya keessaa Seenaa gabaaba Jaal Galaasaa Dilboo Obse Wakgari Mar 31, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Dacheen Oromiyaa Dhihaa nama jabaa tokko biqilchite,Umrii isaa guutuu dhimma qabsoo Oromoof kan gumaache gootichi tokkummaa dheebotu Jaal Galaasaa…