Oduu biyya keessaa Hayyuun Seenaa fi Aadaa Oromoo obbo Sintaayyoo Tolaa boqotan Sifen Megersa May 16, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Hayyuun Seenaa fi Aadaa Oromoo guddaan obbo Sintaayyoo Tolaa Qana’aa dhibee tasa isaan mudateen addunyaa kana irraa du'aan boqotaniiru.…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq talaallii COVID-19 Afrikaa keessatti oomishaman ilaalchisee walga’ii… Obse Wakgari May 16, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen talaallii COVID-19 Afrikaa keessatti oomishamu ilaalchisee walga’ii komishiniin Gamtaa Afrikaa waamerratti…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Hasan Sheek Mahaammad Preezdaantii Somaaliyaa ta’uun filatamuu isaaniif ergaa… Sifen Megersa May 16, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Hasan Sheek Mahaammad Preezdaantii Somaaliyaa ta'uun filatamuu isaaniif ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Dooktar Akiiniiyuumii Adeesiinaa fi Dooktar Piiyuutiroo Saaliiniin baga gammaddan… Sifen Megersa May 14, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ijoollee dhugaa Afrikaa Dooktar Akiiniiyuumii Adeesiinaa fi Dooktar Piiyuutiroo Saaliinii Yuunvarsiitii Finfinneerraa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Sheek Mahaammad Biin Zaayid yeroon hoggansa isaanii bu’a qabeessa akka ta’u hawwan Obse Wakgari May 14, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Sheek Mahaammad Biin Zaayid Preezdaantii Emmireetoota Araba Gamtoomanii ta’uun muudamuu isaaniitiin ergaa baga…
Oduu biyya keessaa Duulli olaantummaaa seera kabachiisuu bu’a qabeessa ta’uusaatiin kutaa biyyattii hedduutti nageenyi… Obse Wakgari May 14, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Duulli olaantummaa seera kabachiisuu bu’a qabeessa ta’uusaatiin kutaa biyyattii hedduutti nageenyi waaraan bu’aa dhufeera jechuun Tajaajilli…
Oduu biyya keessaa Gumiin Balal marsaa 22ffaan mata duree “Godaansa seeraan alaa; sababoota, miidhaa fi furmaata… Obse Wakgari May 14, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Waltajjiin Gumiin Balal Marsaa 22ffaan mata duree " Godaansa seeraan alaa; Sababoota,Miidhaa fi Furmaata isaa" jedhurratti gageeffamaa jira. Waltajjiin…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Awurooppaa mootummaan Ityoophiyaa rakkooleef furmaata laachuuf daandiin irra imalaa jiru… Obse Wakgari May 14, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokkonniin Gamtaa Awurooppaatti Ergamtuu addaa Gaanfa Afrikaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad, boqochuu Preezdaantii Emireetota Araba Gamtoomaniitti gaddi itti dhaga’amuu ibsan Obse Wakgari May 13, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad, boqochuu Preezdaantii Emireetota Araba Gamtoomaniitti gaddi itti dhaga’amuu ibsaniiru. Muummeen Ministiraa Abiy…
Oduu biyya keessaa Warshaan oomisha Biqilaa Suflee Maalt Ityoophiyaa jedhamu bakka MM Abiy Ahimad argamanitti… Obse Wakgari May 13, 2022 0 Warshaan oomisha Biqilaa Suflee Maalt Ityoophiyaa jedhamu bakka MM Abiy Ahimad argamanitti eebbifamaa jira Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) –…