Oduu biyya keessaa Caffeen yaa’ii idilee gaggeessaa ture xumurame Obse Wakgari Mar 22, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 1ffaa bara hojii Caffee 6ffaa gaggeessaa ture xumureera. Caffichi yaa’ii guyyoota lamaaf magaalaa Adaamaa…
Oduu biyya keessaa Qaamolee ajjeechaa abbootii Gadaa Karrayyuutin shakkaman adamsuun seeraa jala olchuun qoratamaa… Obse Wakgari Mar 22, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Wixineen labsii sirna Buusaa Gonofaa naannoo Oromiyaa murteessuuf ba'e wixinee labsii lakkoofsa 244/2014 ta’ee sagalee caalmaa Caffee Oromiyaatin…
Oduu biyya keessaa Jijjiirrama akka naannoo fi biyyaatti fiduuf yaadame milkeessuuf kutannoon ni hojjetama – Preezdaant… Sifen Megersa Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa Imaammataa fi tarsiimoo badhaadhiinaa diriisuun jijjiirrama akka naannoo fi biyyaatti fiduuf yaadame mikleessuuf…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ityoophiyaan Shaampiyoonaa Atleetiksii mana keessaa Beelgireeditti gaggeeffameen 1ffaa ba’uu… Obse Wakgari Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ityoophiyaan Shaampiyoonaa Atleetiksii mana keessaa Beelgireeditti gaggeeffameen 1ffaa ba’uu hordofe ergaa baga…
Oduu biyya keessaa Dhimmi Nageenyaa fi rakkoon hongeen muudataa jiru xiyyeeffaannoo qaama hundaa barbaada – Preezdaant… Sifen Megersa Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Dhimmi Nageenyaa fi rakkoon hongeen muudataa jiru xiyyeeffaannoo qaama hundaa kan barbaadu ta’uu Preezdaantiin bulchiinsa naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Caffee qormaatilee akka biyaatti mudate injifannoodhaan cee’uun gaggeeffamuunsaa adda… Obse Wakgari Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Afayaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan haasaa baniinsaa taasisaniin, qormaatilee akka biyaatti nu mudate injifannoodhaan cee'uun…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa Yaa’isaa gaggeessuu eegale Obse Wakgari Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 2ffaa Waggaa 1ffaa bara hojii Caffee 6ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa’ichi galma Abbaa Gadaatti har’aa fi boruu ni…
Oduu biyya keessaa Daldaltoota oomishaalee bu’uuraa dhoksuun gatii hin malleetti gurguruuf socha’aa… Sifen Megersa Mar 20, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Daldaltoota oomishaalee bu'uuraa dhoksuun gatii hin malleetti gurguruuf socha'aa turanirratti tarkaanfiin fudhatame. Tajaajilli nageenyaa fi…
Oduu biyya keessaa Proojektiin Gorgoraa damee Turizimii cimsuun diinagdee biyyaa ni utuba – MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Mar 20, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa har'aa qaama maaddii biyyaa kan ta'e proojektii Gorgoraa gamaaggamuu isaanii ibsaniiru. Baatii muraasa…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa Boruu eegalee Yaa’ii idilee 2ffaa ni gaggeessa Sifen Megersa Mar 20, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa boruu eegalee Yaa'ii idilee 2ffaa Waggaa 1ffaa bara hojii caffee 6ffaa galma abbaa Gadaatti kan gaggeessu ta'uu Af Yaa'iin Caffee…