Abbaan Gadaa Karrayyuu garee shororkeessaa shaneen ajjeefaman
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC)- Abbaan Gadaa Karrayyuu Kadiir Hawaas Boruu garee shororkeessaa shaneen ajjeefamuu Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ibseera.…