Oduu biyya keessaa Hubachiisa qajeelcha labsii yeroo ariifachiisaarra darbe Obse Wakgari Nov 30, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) –Hidhattoota garee shororkeessaa ABUT naannoo Shawaa Kabaa, Walloo Kibbaa fi Kaabaa akkasumas godina Saba Oromootti argamaniif qajeelchi labsii yeroo…
Oduu biyya keessaa Tokkummaa biyyaa malee waraana hin feenu, yaa ta’uutii diina biyya diiguuf socho’u barbadeessuun… Sifen Megersa Nov 30, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Diinni moo’ameera, hojiin itti aanu diina bittinneessuu fi barbadeessudha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Diinni yeroo…
Oduu biyya keessaa Kanneen Garee shororkeessaa ABUT waliin hiriiraan hundi karaa nagaan harka akka laatan MM Abiy… Sifen Megersa Nov 30, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) - Garee shororkeessaa ABUT waliin kanneen hiriiraan hundi karaa nagaan harka akka laatan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad waamicha…
Oduu biyya keessaa Diinni iddoolee weeraree turetti miidhaa olaanaa qaqqabsiiseera – Tajaajila Kominikeeshinii… Sifen Megersa Nov 29, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) - Diinni iddoolee weeraree turetti miidhaa olaanaa qaqqabsiisuu Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise. Diinni iddoolee weeraree turetti…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti barattoonni miiliyoonni 1.2 ol sababa weerara garee shororkeessaa ABUT barnoota… Sifen Megersa Nov 27, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraatti barattoonni miiliyoonni 1.2 ol sababa weerara garee shororkeessaa ABUT barnoota ala ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa gaarreen naannawaa Burqaa fi Baatii to’ate Sifen Megersa Nov 26, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC) - Raayyaan Ittisaa gaarreen naannawaa Burqaa fi Baatii to'achuun gara Baatiitti imalaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa beeksise. Muummeen…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Kaasaagitaan to’anneerra jedhan Obse Wakgari Nov 26, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Kaasaagitaan to’anneerra jedhaniiru. Kanaanis bakka diinni qabatee gadi lakkiisiisaa jiraachuu ibsuun, Hamileen hoomaa…
Oduu biyya keessaa Sochiin uummataa hamilee kan namatti horuu fi boquu diinaa kan cabsudha- Hogganaa Biiroo… Ayana Dheressa Nov 26, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Sochiin uummanni garee shororkeessitootaa ABUT fi Shanee qolachuuf duula birmadummaaf taasisu hamilee kan namatti horuu fi boquu diinaa kan cabsudha jedhan…
Oduu biyya keessaa Qajeelchi labsii yeroo ariifachiisaa hojiilee eegalaman cimsuuf dhimmoota gufaa ta’an maksuuf… Sifen Megersa Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) - Qajeelchi labsii yeroo ariifachiisaa labsicha raawwachiisuuf dhimmoota gufuu ta'an furuuf ibsa galgala kana baaseen ajeja dabarseera. Qajeelchi labsii…
Oduu biyya keessaa Duulli amma gaggeeffamaa jiru awwaalchaa garee shororkeessitootaa ABUT fi Shaneeti-Obbo Abdurakiim Obse Wakgari Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Duulli amma gaggeeffamaa jiru awwaalchaa garee shororkeessitootaa ABUT fi Shaneeti jechuun sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessaan kilaasteera…