Malaammaltummaa ittisuun dirqama lammiilee hundaati- Preezdaant Saahilawarq Zawdee
Finfinnee, Mudde 1, 2014(FBC)- Malaammaltummaa Ittisuun dirqama lammiilee hundaati jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.
Guyyaan malaammaltummaa addunyaa bara kanaa mata duree “…