Birmadummaa biyya isaa kabachiisuuf uummanni hirmaannaa isaa cimsee itti fufuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Birmadummaa biyya isaa kabachiisuuf uummanni hirmaannaa isaa cimsee itti fufuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.
Ministirri Tajaajila…