Oduu biyya keessaa Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa Asxaa isaa jijjiire Obse Wakgari Nov 11, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa Asxaa isaa har’arraa kaasee jijjiiruu beeksiseera. Asxaan Ministeerichaa duraanii har’arra eegalee Asxaa haaraan…
Oduu biyya keessaa Yeroo ammaa Ityoophiyaa ishee guddoo ijaaruuf hojjechaa jirra – MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Nov 11, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) – Haala hin taaneen iccitii biyyaa akka diinni argatu taasiisuun sirrii miti jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Lolli yeroo ammaa qabnu lola…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen idil addunyaa duula sobaa gaggeessaaniin kan yaadan hin milkoofnee-Ministeera Dhimma… Obse Wakgari Nov 11, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Miidiyaaleen idil addunyaa duula sobaa gaggeessaaniin kan yaadan hin milkoofnee jechuun Dubbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftiin…
Oduu biyya keessaa Namoonni ergama garee shororkeessitootaa raawwachuun shakkaman to’ataman Sifen Megersa Nov 11, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) - Hojiirra oolmaa labsii yeroo ariifachiisan shakkamtoonni ergama garee shororkeessitootaa raawwachuuf socha’aa turan to’atamuu Poolisiin beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen tokko tokko sagalee keenya nurraa butuuf yaala jiru-MM Abiy Ahimad Obse Wakgari Nov 11, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)-Qaamoleen tokko tokkoo sagalee keenya nurraa butuuf yaalaniis, kabajaa fi tokkummaa keenyaa Ityoophiyaamuummaarratti hundaa’ee yomiiyyuu xuquu hin…
Oduu biyya keessaa Deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf Birrii biiliyoonni 1.5 ol walitti qabame Obse Wakgari Nov 9, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC) - Sagantaa Deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf gagggeeffameen Birrii biiliyoonni 1.5 ol walitti qabameera. Raayyaa ittisa biyyaa deeggaruu kaleessa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan michuuwwan Ityoophiyaa waliin hojjechuuf qophiidha-MM Abiy Ahimad Obse Wakgari Nov 9, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Daandii Diimokiraasii kan filatee Mootummaan Ityoophiyaa qormaatilee yeroo hambisuu fi imaala jijjiirramaa eegaleerratti michuuwwan Ityoophiyaa waliin…
Oduu biyya keessaa Aadde Muufariyaat Kaamiil Baankii Addunyaatti Daayreektara Ityoophiyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Nov 9, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Minisirri Ministeera Hojii fi Kalaqaa aadde Muufariyaat Kaamiil Baankii Addunyaatti Daayreektara Ityoophiyaa Uusmaan Diiyoon waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad deeggarsa Siwiidiin imala jijjiirama Ityoophiyaaf taasiftuuf galateeffatan Ayana Dheressa Nov 8, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad deeggarsa Siwiidiin imala jijjiirama Ityoophiyaaf taasiftuuf galateeffataniiru. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa malee kaayyoon galma gahuu fi abjuun dhugoomu hin jiru-MNO Obse Wakgari Nov 8, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) –Ibsa Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irraa Kenname Nageenya Waloo Gaachana Sirnaan, Misooma Waloo Kenna Tajaajila Lammummaan Mirkaneessina.…