Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Finfinnee barattoota kuma 6 ol eebbisiseera Obse Wakgari Oct 9, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Finfinnee barattoota muummee garagaraatin barsiisaa tura kuma 6 fi 163 eebbisiseesra. Sirni eebbichaas addabaabaayii Michuummaatti…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Chaayinaa ergaa baga gammaddanii MM Abiy Ahimadiif dabarse Obse Wakgari Oct 8, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Irra deebiin filatamuu Muummee Ministeeraa Abiy Ahimad ilaalchisee Mootummaan Chaayinaa ergaa baga gammaddanii dabarseera.…
Oduu biyya keessaa Oomishtummaa qonnaan bulaa dabaluuf kallattii sadiin hojjechaa jirra-Preezdaant Shimallis Obse Wakgari Oct 8, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Oomishtummaa qonnaan bulaa dabaluuf kallattii sadiin hojjechaa jirra jedhan preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan. Jilli…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Puutiin MM Abiy Ahmadiif ergaa baga gammadanii dabarsan Obse Wakgari Oct 8, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Raashiyaa Vlaadmiir Puutiin Muummee Ministiraa Abiy Ahmadiif ergaa baga gammadanii dabarsaniiru. Preezdaanitichi hawwii gaarii Muummee…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu aanaa Dugdaatti Paappayyaa kilaasteraan oomishame… Obse Wakgari Oct 8, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu gareen Maaykiroo diinagdee waliin aanaa Dugdaatti Paappayyaa kilaasteraan…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu aanaa Lumeetti Abukaadoo kilaasteraan oomishame… Obse Wakgari Oct 8, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu gareen Maaykiroo diinagdee waliin aanaa Lumeetti Abukaadoo kilaasteraan…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu aanaa Ada’aatti Xaafii kilaasteraan oomishame daawwate Obse Wakgari Oct 8, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu gareen Maaykiroo diinagdee godina Shawaa Bahaa aanaa Ada’aatti Xaafii…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee muudama adda addaa laate Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee muudama adda addaa hoji raawwachiftootaa, qindeessitootaa olaanoo giddugalaa ijaarsa diimokiraasii fi itti aantootaa hoji…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan jila addaa garee Ministira dhimma alaa Israa’eeliin durfamu waliin mari’atan… Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Itti aanaa Muummee Ministeeraa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin jila addaa Ministira dhimma alaa Israa’eel Ambaasaaddaar Baarlii…
Oduu biyya keessaa Gamoon Waajjira Mallaqaa fi walta’iinsa diinagdee godina Harargee Bahaa Birrii miiliyoona 67… Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Gamoon Waajjira Mallaqaa fi walta'iinsa diinagdee godina Harargee Bahaa Birrii miiliyoona 67 ijaarrame eebbifameera. Gamoochi bakka preezdaantiin…