Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaant Pool Kaagameen mari’atan Obse Wakgari Aug 29, 2021 0 Finfinnee,Hagayya 23, 2013 (FBC)-Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Ruwaandaa Pool Kaagamee waliin mari'ataniiru. Jilli Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ahimad daawwannaa hojiif Ruwaandaa galan Obse Wakgari Aug 29, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Ruwaandaa galaniiru. Dooktar Abiy Ahimad turtii isaanii Kiigaaliitti taasisaniin…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad simannaa preezdaant Yuuweerii Museeviiniin taasisaniif galateeffatan Obse Wakgari Aug 29, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad simannaa preezdaantiin Ugaandaa Yuuweerii Museeviiniin taasisaniif galateeffataniiru. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Dr Abiy Atleet Tigist Gazzahaany dorggommi dubartoota meetira 1500 injifachuun meedaliyaa warqee… Obse Wakgari Aug 28, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Atleet Tigist Gazzahaany dorggommi dubartoota meetira 1500 injifachuun meedaliyaa warqee argamsisteef erga baga…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Odaa Bultuum barattoota kuma 1 fi 354 barsiisaa ture eebbisiise Obse Wakgari Aug 28, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Yuunvarsiitiin Odaa Bultuum barattoota kuma 1 fi 354 marsaa sadaffaaf barsiisaa ture eebbisiiseera. Sirna eebbichaarrattis Itti Aantuun…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad naannoo Awwaareetti mana harka qalleeyyii haaromsaan laatan Obse Wakgari Aug 28, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad naannoo Awwaareetti mana harka qalleeyyii haaromsaan har’a jiraattootaaf laataniiru. Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ilma Mootii Saa’udii waliin bilbilaan mari’atan Obse Wakgari Aug 28, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ilma Mootii Saa’udii, itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Raayyaa ittisa biyyaa Mohaammad Biin Saalmaan…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa Alaa hojii Invastimantiirratti akka bobba’aniif fooyya’iinsi … Sifen Megersa Aug 27, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa Alaa hojii Invastimantiirratti akka bobba'aniif fooyya'iinsi Imaammataa taasiifamuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad …
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Hind waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 27, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin Ministira Dhimma Alaa Hindii Dooktar Suubraamaaniyaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad preezdaant Saalvaa Kiir waliin mari’atan Obse Wakgari Aug 26, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir waliin mari’ataniiru. Preezdaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa…